1. program descriptionuploads.cnfa.org/2015/09/22131748/fscp-giaf-ethiopoia... · 2019. 4. 26. ·...
Post on 16-Nov-2020
6 Views
Preview:
TRANSCRIPT
1. Program Description
2. Grant Application and Award Process
3. Types and Amounts of Sub-grants
4. Eligibility Requirements
o
o
o
o
o
o
o
o
o
o
5. Key Instructions for Applying for FSCP-GIAF-Ethiopia Matching Grant
6. Eligible Use of Grant Funds
7. Application Review Procedure and Evaluation Criteria
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•
•
8. Site Visits and Business Plan Development
o
9. Signing of Grant Agreements
o
o
o
GEGESAA UUNKAA IYYAANNOO DEGAARSA FSCP-GIAF-ETHIOPIA
1. Ibisaa bal’aa waa’ee sagaanticha
Cultivating New Fronteirs in Agriculture (CNFA) German Gesellschaft fur Internationale
Zusammeenarbeit (GIZ) wajjin giddugala tajaajila qonnaa irratti adeemsaa neetii warkii
baasuu irratti itti fufsisuuf ji’aa Onkololesaa Bara 2015 ‘itti gargaarsa argate jira. Pirojeektiin
giddugala Tajaajailaa Qonaa (FSCP) projectii Ji’oota 30 yoo ta’u GIZ Itiyoophiyaa green
innovation center for the agriculture and food sector (GIAF ETHIOPIA) jalatii argaamaa.
Sagantaa FSCP- GIAF Itiyoophiyaa jalatti CNFAn giddugala tatajilaa qonna hanga sadii
ta’u ni hundessaa kunis Godina Arsii keessatti kan argaman qonnaan bultoota xiyyeeffannoon
xiqqaa kennamef galiteewwaan qonna qulquullin isaan guddaa ta’ee fi tajajiloota
eksiteenshiinii wajjin kan walqunnamsiisu ta’a. Pirojeektichii damee dhuunfaa fi waldallee
cimsuuf gaheen isaa haala tarsiimootiin Kan qophaa’e, akkasumas Itiyoophiyaa keessa kan
jiran misoomaa FSC kan biro irrati dabalataan kaneen hojjatan CNFA kaneen nama
jajjeebeessan biro wajjin kan walqunnamu ta’a. Kana malees pirojeektich GIF Itiyoophiyaa
kenneen jajjabeesitootaa gurguddoo cinaatti Ministeeraa Qonaa fi Qabeenyaa Uumamaa
Fedeeraalaa fi Biiroo Qonana Oromiyaa tiin akka filannootti kan dhiyaatan aanaa shanan
armaan gaditti jechuunis Aaanaalee Hixxoossaa, Tiyyoo, Loodee-Hexxoossaa, Arsii-Roobee
fi Diigaluu-Xijjoo irratti FSC kan hundeessu ta’a. Pirojeektich oomishootaa qamadii fi
baqelaa toftaalee fi waa uumuu irratti toftaleee hoggansaa fooyyeee ta’anii guddisuu irratti
kan xiyyeefatu ta’a.
2. Iyyannoo degersaa fi akkaataa adeemsaa kennaa
Dhimmi ijoo toftaa hojiiraa ittiin oolchaan giddugalaa tajaajilaa qonnaa sadi gahu kan
danda’an hundeesssuuf kaneen filatamaniif Intaripiranarootaa Itiyoophiyaa fi dhaabbiilee
gargaarsichaa wajjin walgitan filachuuf kan waliin dorgoomsisuu adeemsa gamaggamaa
biziinasi pilaanii ta’a.
Akaataan kennaa degersaa Yuroo 30,000 irraa hanga Yuroo 60,000 gidduutti ta’a.
Iyyannowwan degarsaa hundii fi akkaataan ittin kennamu ulaagaa walitti dhufeenyaa
1:1(walaka walaka) bassii qodachuu kan dabalatu ta’a.
Iyyannoo
dhiyyess
uu
Sakata’a
a fi
madaallii
iyyannoo
wwaanii
Iyyattootaa
qabxii olaanaa
madaalichaan
argataniif
daawwana
diree gochuu
Qophii
Biziinasi
pilaanii fi
waligalitee
degersaa
Wajjira
ol’aanaa
CNFA fi GIZ akkaa mirkannesanif
dhiyeesuu
Kenna
degarsaa fi
mallatoo
waligalitee
mallateesuu
Iyyattoonni iyyannowwan odeeffannoowwan armaan gaditti jiran kan qabatan akka
dhiyeeffatan ni afeeramu.
Hojii degarsaa xiqqaa yaadaman(sub-grant) ( FSC akkamitti akka hundaa’uu fi akkamitti
akka sochoo’u)
Waraqaa ragaalee seeraa qabeessaa fi hayyamoota,
Baajata yaadaman,
Dhibbaa bizinasii FSC irratii fiduuf yadaman(Kaneen FSC fayyaduu danda’aan )
Naannawaa FSCtti hawaasaalee qonnaan bulaa keessatti ni uumamu jedhamanii dhiibaawwan
yaadaman,(karaa fayidaa qabessaa ta’een)
Maamiltootaa(fayyadamitotaa) xiyyeffannoon irratti godhame,
karooraa humnaa nama fulduraa FSC dhaf yaddaman,
Caasaa hoggansaa iyyataa kan amma jiru gababadhan,
Pirofaayilii dhaabbata iyyataa gababadhan fi
Muxannoowwan hoggaansaa degarsaa xiqqaa(sub-grants) kan kanaan duraa fi humna
maallaqaa,
Iyynnoowwan nama sadiin kan caasefame koree madallii degarsatiin kan keessa deebi’amu
ta’a. Hojjattootaa FSCP – GIAF itiyoophiyaa qofatuu koree kana keessatti hammatama.
Iyyannoowwan hundi qabxii gosaa walfakaatuu fi iskeelii qabaatanini madalamuu.
Iyyataan qabxii ol’aanaa galmeessisu kan daawwatamu ta’ee gabatee sadarkichaatiin
dhaabbiileen bu’aa ol’aanaa kanneen galmeessisaan lameen ykn sadeen biziinasi pilaanii
gutuu FSC, CNFA wajjin akka qopheessan ni afeeramu. Biziinasii pilaannoon FSC hojjii
gageesaa pirojeektii, waajjira ol’aanaa CNFA fi GIZ dhaan kan mirkana’au ta’a.
Akataan adeemsi kenna degarsaa piroojekticha piroojektootaa lama ykn sadii eega filate
booda iyyattoonni kuni fi CNFA walta’iinsaa(waaligalitee)degarisichaa eega mallateessani
booda kan xumuramu ta’a. Sadarkaa kana qofaa irratti FSC akka hundeessan iyyattoota hin
afeeramnef filatamu dhabu isaanii kan beeksisu xalayaan dhumaa kan ergamuf ta’a.
Wayiti degarsaa xiqqaa (sub-grant) FSC godhamutti, CNFA too’annoo raawwii, akkaataa
gabaasni itti godhamuu fi keessaa deebi’ii walsimachiisuu kan raawwatu ta’a. Mallaqaa
gargaarsaa raabsuu irratti dabalataan CNFA’n, FSC degersaa xiqqaa (sub-grantees)
fudhataniif leenjiwwan walitti aanaanii fi deeggarsa ni godha.
3. Gosaa fi hanga degarsaa xiqqaa(sub-grants)
Mallaqani degarsaa xiqqaa(sub-grant) giddugalaa tajaajilaa qonnaa hundeessuuf kan
dandeessisu ida’aman Yuroo 90,000.00 kan raabsu ta’a.
Hangi degarsaa tokkoo tokkoon tilmaama gatii gaba irraatti hundaa’un Yuroo 30,000.00 irraa
hanga Yuroo 60,000.00tti ni gahu. Akkaataa kennamaa maallaqaa degarsaa xiqqaa (sub-
grant) kana irratti kan hirmaatan abbaa qabenyuuma intarpiranarootaa mirkaneessuuf yoo
xinnaatee walakaa (1:1) baasii dhiyesuun isaan irraa ni eegama.
4. Haala duree dorigomidhaaf gahaa Tasisaan
Iyyattoonni humna qaban FSCP – GIAF-Itiyoophiyaa maallaqa dhangaalasuuf gosa
piroojeektoota isaan barbaadan ilaalchisee hoggansaa fi adeemsaa fandiif dhangala’aa
gochuuf tilmaama keessa akka galan waan guutuun isaan irraa eegamu haallawwan duree
furtuu ilaalchisee qajeelfama kennuuf walumagalatti haallawaan duree seeraa qabeessummaa
armaan gaditti ilalamaniiru.
FSCP– GIAF Itiyoophiyaa irraa deeggarsaa gargaarsaa argachuuf, iyyattoonni haallawwan
duree armaan gaditti ilalaman hunda guutuun isaan irraa eegama.
Iyyannoowwan ulaagaa seeraa qabeessuumaa xiqqaa kana hin guunnee fudhatama kan hin
arganee ta’u.
Seeraa qabeessumadhan ykn humna maallaqaatiin Iyyaataan:
1. Haala seeraa qabeessatiin kan galmaa’ee dhaabbataa lammii Itiyoophiyaa (Waldaa Dhuunfa
Itti G/Murtaa’ee, waldaalee hojii gamtaa, daldalaa dhunfaa sera qabessaa fi kkf) ta’uu fi
mirkaneessaa galmee fi/ykn hayyama daldala isaa dhiyeessuun irraa eegama.
2. Bu’uura walaka bassii qodachuutiin (1:1) maallaqaa degarsaa argachuuf gahumsaa
mirkaneessaa agarsiisuun irraa eegama.
Iyaataan kaappiitaala invastimantii haaraaa fi/ykn maallaqa daldalaaf ramadamee
fayyadamuun degarisaaf kan wal gitan ta’u isaanii agarsiisu ni danda’au.
Haalii baasii qodachuu kun, Maallaqa calladhan ykn galiiwwan hojiiwan hojjataman
irra argaman kanneen galmeewwan fudhattoota irraa hanga argametti kaayyoo
pirojwektichaaf barbaachiisaa kanneen ta’anii fi kanneen sababii qabeessaa ta’an kan
itti dabaluu hoggaa ta’u, kanneen piroojeektootaa GIZ dhaan deeggaramaniif akka
buusiitti itti hin dabalamu. Akkasumas qabeenyaa degartootaa duriitiin buusii
godhaman hin hammatu.
3. Maallaqaa sadarkaan isaanii guddaa ta’anii fi addeemsi bulchiinsa isaanii dhimmoota armaan gadi
raawwachuuf beeksisuun isaan irraa eegama.
Qabeenyawwan eegu,
Waliindhawuu, qisaassaa fi saaminsaa ittisuu fi
Galmaawwanii fi kaayyowwan CN F A akkaa galimaa gahuu deeggaruu,
4. Ragaa gahuumsaa raawwii malaqaa kanaan duraa qabaachu qaba.
5. Sirna hojumaataa herreega ifaa ta’e qabaachuu qaba. (Sadarkaa hojumaataa herreega
Itiyoophiyaatti fayyadamuun)
6. Keessa deebiii herreegaa walaba ta’ee ykn Ooditiwwaan haala gaafatamaniin raawwachuf
hayyamamoo (fedhaa kan qabaan) kanneen ta’an ta’u qabu.
7. Abbaa qabenyumaa Lafa ykn mana kiraa ykn liiziidhaan yoo xinnaatee waggoota 10’f qabamuu
isaanii kan mirkaneessuu mirkaneessaa seeraa qabeessaa kan qabiyyee dhiyeesuu qabu. Kunis
FSC keesuumessuuf faayidaa irra kan oolan ta’u qabu.
8. Sadarkaaalee halaa biziinasii ol’aanaa kan horiddoofee fi akaataa qabiinsaa galmee irratti
iftoomina dabalatee walsimsiisuun hojjachuuf kanneen ciminaan hojjatan ta’u qabu.
9. Mirkanessaa gosa hundaa guutuuf hayyamamaa (fedhaa kan qaban) ta’u qabu, Gahumsaas
qabaachu qabu.
10. Maqaa daldalichaatiin herregaa baankii qabaachu qabu. Kunis FSC tiif hojiiraa kan oolu ta’a.
11. Hojiiwwan dhorkamaan gosaa kamiyyuu irratti hirmaachuu hin qabanii yeroo ammas didda
(raakkoo) gosaa kamiyyuu irraa billiisaa ta’u qabu.
12. Liiiqiiwwan gosa kamiyyuu irratti, kan kanan duraa ykn gaaffiwaan deegarsaa misooma ykn
degarsaa godhamaan irratti odeeffannoowwan kamiyyuu sanadaan deeggaruuf hayyamamoo ta’u
qabu.
13. Daldalichaa gageessuuf kan nama haawwachisu ta’u qaba. (Bu’aa qabeessaaa fi guddiina bara
dheeraaf faayidaa kan qabu ta’un irraa eegama.)
14. Degarisii heedduun kan godhamu bifaan ta’usaa beekuu fi irratti waliigalu qabu:
Halla addaatiin baasiiwwan xiqqaa kanene gargaarsaa xiqqaa (sub-grantees) fudhataniif
nagaheewwan irratti hundaa’uun kan kaffalamuf ta’a. Kaffaltich kan raawwatamus
baasiiwwan kunneen walta’iinsaa(waaligalitee) degarisichaa irratti ilaalamuu fi baajataa
mirkanaa’an ta’uu qaba.
15. Qajjeelifamaa(sadarkalee) herregaa fi bittaa CNFA horiddoofuun(waliigaluun) irraa eegama.
16. Madda maallaqa bassii qoddana kanaa beekisisuu fi Abbaa qabenyuumaa mirkanessuu qaba.
Akkasumas
17. Kutaa “Akkaataa itti fayyadaam seeraa qabeessuumaa maalla degarsaa xiqqaa (sub-grants)”kan
jedhu jalaatti kanneen ibsamanin alaatii degarisichaa hojiiwwaan birootiif olichuuf socha’uun
hin danda’aamu..
Gamaa teekniikiitiin haala iyyataa:
1. Piroojektin dhiyeessan bu’aalee armaan gadii akka fidan agarsiisu qaba.
Hoomishitummaan qottee bultotaa sadarkaa gaddii annoo akka dabaluu,
Galiin qottee bultotaa sadarkaa gaddii annoo akka dabaluu,
Carraa hojii haara akka uumuu fi
Qotee bultootaa sadaraka gadi aanaa irra jiraniif caraa galtee qonnaa bali’inan fi tajaajiloota
fooyee ta’anin kanneen dhiyeessan,
2 FSC (gidduugalii tajajilaa qonnaa) Aanaaalee shaman dhiyataan kessatii qoffaa akkaa hunda’uu
beekkanii doriggoomuu qabu.
3 Danddeettii qotee bulitotaa sadarkaa gadii anoo lakkofisaa guddaa qabaan irratii jijiraamaa
garii fiduu danda’uu qabachuu qabu.
4 Dubartoonnii fi dargaggoonni hojiiwwan dhiyaatan irratti akka abbootii qabeenyaatti, hojii
gageessitotatti, hojjattootati, maamiltootaa FSC kkf hirmaachisuuf karoora dhiyeesuu qabu.
5 Piropozalotaa Akkata uunkaa iyyanicha irratti hundaa’un gafaa guyaa addaan cite (xumuraa)
ykn isaan duraa dhiyeessuu qaba.
6 CNFA’n halaa fillannoo fi qacarii hojatota FSC keessatii akkaa hirmatuu fi deeggaruuf
hayyamamoo ta’u qaba.
7 Biraandiingii fi Mariketinigi (haallawwan duree gabaa fi bekisisitotaa adda addaa)
piroojekiticha horiddoofuuf walligaluu qaba.
8 Madda maallaqaa kanaaf beekamti ni kenna. (GIZ irraa ta’usaaf)
9 Kaneen fudhatama argatan sadarkaalee eggumisaa naannoottiif bitaamaa ta;uf irratti
waliigalu qaba.
10 Hojjattota pirojeekticha kamiyyuu wajjiin kana jechuun hojjattoota CNFA ykn kan GIZ
wajjin firooma dhiyoo qabaachu hin qaban.
5 Iyyaannoon degarsaa CNFA ykn kan GIZ FSCP – GIAF Itiyoophiyaa kaneen
dhiyaataniif qajeelfammoonni furtuun:
Iyyanoonni hundi gama iyyatichaatiin qoffaatii(degarsaa hojaatotaa FSC-GIAF-Ethiopia ttin alaa)
kan qophawuu ta’a.
Iyyannoo guttudhaf ibsawwwanii fi deggeersaa tokkoo tokkoo barbadamanif yeroo gafatamaniti
hojjatotaa FSCP-GIAF –Ethiopia dhan ni kennamuu.
Iyyattoonnii hundii uunka iyyannoo fayyadamuufii hundii isaa akka barbaachiisaa ta’ee fi
walqabatoon isaanii dhiyyachuu nii maluu. Iyyatoonnii ragaa hin dhiyeeffaannee kan fudhatamaa hin
qabaanee ta’u.
Iyyaatnii hundumtuu kan afaan Ingilifaattiin dhiiyaatanii ta’u.
Iyyatnii hundumtuu haala walakaa basii qodachuu (1:1) agarsiisuu fi piroojaktiin dhiyyatee immoo
qotee bulitotaa sadarkaa gadi annaatif bu’aalee fi galiiwwanii hahaaraa fi carra hojii ummuutiin
guddina argamsiiisuu danda’an ta’uu isaanii agarsiisuu maluu.
Iyyanoon fudhatama hin qabnee fi walqabatoon iyyatootaaf hin debifamanii.
Uunkaa iyyannoo arigachuun kan danda’amuu:
Jimaata Bittootesaa 16 /2008 tti hanga Jimaata Eebla 14 /2008 tti
Uunkaleen iyyannoo eddoowaan armaan gaddittii arigamuu:
Waajjiraalee qonnaa aanaaleetti – Arsii -Roobee, Xiyoo , Digaluu-Xijooo, Heexoosaa,
Looddee – Heexoosaa
Toraa internetii www.cnfa.org
Finfinnee Boolee Oloompiyattii kan argamuu waajjira CNFA ( Gamoo Retttiinaa Foooqii
4ffaa)
Wa’ee uunkaa iyyatichaatiif gaffilee ka’aniif akkaa ittii aanuuttii dhiyyachuu danda’uu.
E mayilii fscpgiaf@gmail.com
Qaamaan guyyaalee hojii kammiirrattiyyuu sa’atii 8:00 hanag 11:00 tti
Bilbilaan lakk. 0911 634 360 /09 13 74 59 67 / 09 11 390546
Uunkaa iyyannoo guttamee iddoowwan arman gadditii Eebla 14 bara 2008 ykn isaa duraa
galichuu ni dandesuu:
Wajjirraa CNFA kan finifinnee bole olompiyaati arigamuu- gammoo retina foqii 4ffaa
E meelii fscpgiaf@gmail.com
Wajjiraa qonnaa annolee kessanitii argamaniti- Arsii-robe,xiiyyoo, digaluu-
xijjoo,heexxossaa,fi loddee-hexxossaa .
6. Adeemsa keessaa deebii iyyataa fi ulaagaalee gamaagamaa
Iyyatoonii kan gamaagamaman, akkataa iyaytticha irratti ragaa dhiiyyate irratti hundaa’ uudhaan
ta’aa. Gargaarsii kennuu innii dhummaa haala adeemsa waldorgommii FSCP-GIAF Itoophiyaa tiin
kan murteeffamuu ta’ee itti dabalaan harkattii mallaqa argamaniin kan tilmaamaamudha.
Iyyatichii kan kessaa debi’amuu fi ilalamuu kooree grant review committee (GRC) kan ta’aan
minseensoota hojjetoota FSCP-GIAF-Ethiopia sadiitiin. Kessaa debiitonii kunin dhunfaa isaanitii
qabii ni kenuu kunis kan ta’uu uunkaa madalii fayadamudhan. Uunkii madaalii tokko tokkoon isaa
iyyata irratti hundaa’uudhaan kan qabxiin itti laatamuu yerooo ta’uu, irra deebbiidhaan iyyata
degarsaa uunkicha irratti iyyatichaa wajiin kan ilaalmuu ta’a.
Iyyatichii takkaa qabxii madaaltootaa hundaatiin qabxiin erga ittii laatameen booddee madalitonii
waal gahudhan qabxii laatamee fi haalaa iyyanoo irratti ni mari’atuu,Dhumaa irratii qabixii
waaliigalaa ni murtesuu.Miiseensota GRC gidduutti ragaa gaggeeffamuun madaaltoonnii tokko
tokkon isaanii ofiii isanii kan qabaachuu malaniifi gaaffilee jiran kan qullqulleessuun dandahaamuu
ta’ee haala qabxii kennuu irratti immoo sirreffamnii gaggeeffamuu nii danda’aa. Waaliigaltee
dhumaa irratti qabxii irra gahamee qabxii namotaa sadan GRC tin kenamee walitii fidudhan
idaa’amaa dhumaa kana sadiif hiramaa.kunis kan ta’uu qabixii waaligalaa Sanaa gidduugalaa qabixii
misensotaa dhunfadhan kenamee gochuuf. Dhumarratti iyyatoonnii calaalamanii dhiyaatanii
GRCttiin dowwnnaan ni godhamaf.
Iyyatnii tokkoon tokkoon isaa haala ulaagaa madaallii armaan gaditiin kan qabxiin ittii
kennamuu ta’aa.
Ulaagalee Maddaallii Qabxiilee Dhiyaate Kan innii haammatu
Humna dhabaaticha Hanga 30
Muuxxaannoo ogguummaa
( Hanga qabxii 8tiitti)
Muuxannoo dhabbataa ( Hanga
qabxii10tti)
Humna malalqaa ( Hanga qabxii
12 tti)
Galmaa piroojaktiichaafii
sitiiraateejji Biiznasii (maala
daldalaa)
Hanga 35
Galma Piroojaktichaa ( Hanga
qabxii 10 tti)
Ibsa gabaa /fudhatama gosaa
daldaalaa ( Hanga qabxii 6)
Dhiyyeessitootaa wajjiin hariiroo
jiruu (Hanga qabxii 3)
Karooraa hojii (Hanaga Qabxii 8)
Baajataa Pirooojaktii (Hanga
qabxii 8)
Dhiibbawwan
Piroojaktiicha Hanga 30
Ibsa bu’aa galii kan gara fulaa
duraa(Hanga Qabxii 15tti)
Dhiibbaa ykn jijiramaa garii
fayyadamtootaf ta’u (Hanga qabxii
15)
Filmaatawwaan Hanga 5
Qabxiin kun gidduugalaa ittii
Dubartoonnii/dargaggoonni abbaa
qabenyaaitti ta’an ,qacaramani kan
hojataan,karroorii isaani
dubartootaa fi dargaggootaa
degaruu wajjin kan waal qabateef
kan kenamuu ta’a(hanga qabxii
5ttii)
Iyyatootaa tokkon tokkoon isaaniif qabxiin dhunfaa waan kenamuuf Iyyaatoonii filatamaan otuu
guyyaan iyyatichaa hin daribiin addan hin bafamaan.
Jimaata Eebila 14, bara 2008 booddee iyyata dhiyyatan kan madalliin ittii gaggeeffamuu
mitii.
Matadureewwan armaan gadii ilalaatee oddeeffannoo fi ragaa argachuuf walqabatoo waliigalaa 1 -
FSCP-GIAF GRANT APPLICATION GUIED AFFAAN INGLIFATIIN JIRUU ILALAA.
Halaa duree itti fayadama degarsaa
Daawii eddoo hojjii fi haalaa qophii biizinas pillanii
Halaa waligalitee degarisaa malatesuu
የ ኤፍ ኤስ ሲ ፒ -ጂ አይ ኤ ፍ (FSCP-GIAF-Ethiopia) ኢትዮጵያ የ ድጋፍ
ማመልከቻ መመሪያ
1. የ ፕሮግራሙ ዝርዝር መግለጫ
ሲ ኤን ኤፍ ኤ (CNFA) - ከልቲቬቲንግ ኒው ፍሮንቲየ ርስ ኢን አግሪካልቸር የ ተባለው መንግስታዊ ያልሆነ
ድርጅት የ ግብርና አገ ልግሎት ማእከል ለማቋቋም ከጀርመኑ ጂ አይ ዜድ (GIZ) በጥቅምት 2008 የ ገ ንዘብ
ድጋፍ አግኝቷል፡ ፡ ይህ የ ግብርና አገ ልግሎት ማእከል ፕሮጀክት (ኤፍ ኤስ ሲ ፒ- FSCP) በጂ አይ ዜድ
አረንጓዴ የ ግብርና እና የ ምግብ ሴክተር የ ፈጠራ ማእከል (ጂ አይ ኤ ኤፍ ኢትዮጵያ - GIAF-
Ethiopia) ስር ያለ የ 30 ወራት ፕሮጀክት ነ ው፡ ፡
በዚህ ፕሮግራም ስር፡ ሲ ኤን ኤፍ ኤ (CNFA) በአርሲ ዞን ውስጥ የ ሚገ ኙ አርሶአደሮችን ከፍተኛ ጥራት
ካላቸው የ ግብርና አገ ልግሎት እና የ ኤክስቴንሽን አገ ልግሎቶች ጋር የ ሚያገ ናኙ እስከ ሶሰት የ ሚደርሱ የ ግብርና
አገ ልግሎት ማእከላትን (FSC) ያቋቁማል፡ ፡ ፕሮጀክቱ የ ግል ሴክተሩን እና የ ማህበራትን ሚና ለመገ ንባት
የ ተቀየ ሰ ስልትን ይዞ የ ሚንቀሳቀስ ነ ው፡ ፡ ፕሮጀክቱ ከጂ አይ ኤፍ ኢትዮጵያ ታላላቅ ጅምሮች ጋር ጎ ን ለጎ ን
በመሆን በፌደራል የ ግብርና የ ተፈጥሮ ሃብት ሚኒስቴር እና በኦሮሚያ የ ግብርና ቢሮ እንደ አማራጭ በቀረቡ
አምስት ወረዳዎች ማለትም በሂጦሳ፣ ቲዮ፣ ሎዴ- ሂጦሳ፣ አርሲ ሮቤ እና ዲገ ሉ ጢጆ ወረዳዎች ላይ ይሰራል፡ ፡
ከዚህ በተጨማሪም ፕሮጀክቱ ከስንዴ እና ባቄላ ምርቶች ጋር የ ተገ ናኙ ፈጠራዎችንና ጥሩ ተሞክሮዎችን በማሳደግ
ላይ ያተኩራል፡ ፡
2. የ ድጋፍ ማመልከቻ እና የ አሰጣጥ ሂደት
የ ስራ አፈጻጸሙ ዋና ስልት፡ እስከ ሶስት የ ሚደርሱ የ ግብርና አገ ልግሎት ማእከላትን ለመመስረት ብቁ የ ሆኑ
የ ኢትዮጵያ ስራ ፈጣሪ እና ለድጋፉ የ ሚመጥኑ የ ግል ድርጅቶችን እና ማህበራትን ለመምረጥ አወዳዳሪ የ ሆነ
የ ቢዝነ ስ ዕቅድ ግምገ ማ ሂደት ይሆናል፡ ፡
የ ድጋፉ መጠን ከዩሮ 30,000 እስከ ዩሮ 60,000 ባለው ውስጥ ይሆናል፡ ፡
ሁሉም የ ድጋፍ ማመልከቻዎች እና አሰጣጦች፤ በትንሹ የ አንድ ለአንድ (1፡ 1) የ ገ ንዘብ ተዘማጅ መስፈርቶችን
የ ሚያካትት ይሆናል፡ ፡
አመልካቾች የሚከተሉትን መረጃዎች ያካተቱ ሰነዶችን እንዲያስገቡ ይጠየቃሉ
የታሰቡት የንኡስ ድጋፉ ተግባራት (ማእከሉ እንዴት እንደሚመሰረት እና እንደሚንቀሳቀስ)
ህጋዊ የ ምስክር ወረቀቶች እና የ ስራ ፈቃዶች
የ በጀት ንድፈ ሀሳብ
እንደ ንግድ ተቋም በግብርና አገ ልግሎት ማዕከላቱ ላይ ሊያመጡ የ ሚያስቡት አዎንታዊ ተጽዕኖ
በምዘናው ከፍተኛ ውጤት ያመጡ አመልካቾች ጋር የመስክ ጉብኝት
ማድረግ
ማመልከቻ
ማቅረብ
የማመልከቻዎች ምልከታ እና ምዘና
የቢዝነስ ዕቅድ እና የገንዘብ ድጋፍ ስምምነት ሰነዶች ዝግጅት
የድጋፍ አሰጣጥ እና ስምምነት መፈራረም
በሲ ኤን ኤፍ ኤ ዋና ጽ/ቤት እና በጂ አይ ዜድ እንዲጸድቅ ማቅረብ
በግብርና አገ ልግሎት ማዕከላቱ አካባቢ ባሉ የ አርሶ አደር ማህበረሰቦች ላይ ሊያመጡ የ ሚያስቡት
አዎንታዊ ተጽዕኖ
የ ታቀዱ ተጠቃሚዎች/ደንበኞች
የ ግብርና አገ ልግሎት ማዕከላቱ የ ወደፊት የ ሰው ሀይል እቅድ
የ አመልካቹ ነ ባር የ ስራ አመራር መዋቅር ማጠቃለያ
የ አመልካቹ ተቋማዊ ገ ጽታ ማጠቃለያ እና
የ ቀደሙ ድጋፎች የ አመራር ልምዶች እና የ ገ ንዘብ አቅም
ሁሉም ማመልከቻዎች በሶስት ከኤፍ ኤስ ሲ ፒ - ጂ አይ ኤ ኤፍ ኢትዮጵያ ሰራተኞች በተዋቀረ የ ድጋፍ
ማመልከቻ ገ ምጋሚ ኮሚቴ የ ሚገ መገሙ ይሆናል፡ ፡ እንዲሁም ሁሉም ማመልከቻዎች ተመሳሳይ ቅጽ እና የ መስፈርት
ነ ጥብ በመጠቀም ይገ መገ ማሉ፡ ፡
ከፍተኛ ውጤት የ ሚያስመዘግቡት አመልካቾች የ ስራ ቦታ የ ሚጎ በኝ ሲሆን በደረጃ ሰንጠረዡ ከፍተኛ ውጤት
ያስመዘገ ቡት ሁለት ወይም ሶስት ተወዳዳሪዎች የ ተሟላ የ ኤፍ ኤስ ሲ ቢዝነ ስ ዕቅድ ከሲ ኤን ኤፍ ኤ ጋር
በመሆን እንዲያዘጋጁ ይጋበዛሉ፡ ፡ የ ኤፍ ኤስ ሲ ቢዝነ ስ ዕቅዶቹ በፕሮግራሙ ስራ አስኪያጅ፤ በሲ ኤን ኤፍ ኤ
ዋና መስሪያ ቤት እና በጂ አይ ዜድ የ ሚጸድቁ ይሆናል፡ ፡
የ ድጋፍ አሰጣጥ ሂደቱ ፕሮጀክቱ ሁለት ወይም ሶስት አመልካች ድርጅቶችን ከመረጠና በእነ ዚህ የ ተመረጡ
አመልካቾች እና ሲ ኤን ኤፍ ኤ መካከል የ ድጋፍ ስምምነ ቱ ከተፈረመ በኃላ የ ሚጠናቀቅ ይሆናል፡ ፡ ድርጅቱ
ያልተመረጡ አመልካቾችን ያለ መመረጣቸውን የ ሚያሳውቅ የ መጨረሻ ደብዳቤ የ ሚልከው ከዚህ በኋላ ይሆናል፡ ፡
በዚህ የ ንዑስ ድጋፍ ሂደት ውስጥ ሲኤን ኤፍ ኤ የ አፈጻጸም ቁጥጥር፣ የ ሪፖርት አደራረግ እና የ መጣጣም
ግምገ ማዎችን የ ሚያከናውን ይሆናል፡ ፡ ሲ ኤን ኤፍ ኤ፡ በአይነ ተ የ ወጪ መጋራት ድጋፍ ከማድረጉ በተጨማሪ፣
ለኤፍ ኤስ ሲ ንኡስ ድጋፍ ተቀባዮች ተከታታይ ስልጠናዎች እና ሙያዊ ድጋፎችን ያደርጋል፡ ፡
3. የ ድጋፉ አይነ ት እና መጠን
የ ግብርና አገ ልግሎት ማዕከላቱን ለመመስረት የ ሚያስችል ጠቅላላ ዩሮ 90,000 የ ንኡስ ገ ንዘብ ድጋፍ
ያደርጋል ፡ ፡
አንድ የ ድጋፍ መጠን ከእያንዳንዱ የ ድጋፍ አይነ ት ጋር የ ተያያዙ የ ገ በያ ወጪዎችን ግምት ውስጥ በማስገ ባት
ከዩሮ 30,000 እስከ ዩሮ 60,000 ሊደርስ ይችላል፡ ፡ ከላይ እንደተጠቀሰው በዚህ ንኡስ የ ገ ንዘብ ድጋፍ
አሰጣጥ ላይ የ ሚሳተፉ ተወዳዳሪዎች ይዞታቸውን ለማረጋገ ጥ ቢያንስ አንድ ለአንድ (1፡ 1) ተዛማጅ አስተዋጽኦ
እንዲያሟሉ ይጠበቃል፡ ፡
4. ለውድድሩ ብቁ የ ሚያደርጉ ቅድመ ሁኔታዎች
ኤፍ ኤስ ሲ ፒ - ጂ አይ ኤ ኤፍ - ኢትዮጵያ የ ገ ንዘብ ድጋፍ ለማድረግ የ ሚፈልጋቸው የ ፕሮጀክት አይነ ቶችን
በተመለከተ መመሪያ እና ለድጋፉ ከግምት ውስጥ ለመግባት መሟላት ያለባቸው መስፈርቶችን በተመለከተ
ለአመልካቾች አጠቃላይ መረጃዎችና ቅድመ ሁኔታዎችን እንደሚከተለው አስቀምጧል፡
የ ፕሮጀክቱን ድጋፍ ለማግኘት ይቻል ዘንድ አመልካቾች ዝቅ ብሎ የ ተመለከቱትን ቅድመ ሁኔታዎች በሙሉ ማሟላት
ይጠበቅባቸዋል፡ -
የ ተጠቀሱትን ዝቅተኛ መስፈርቶችን የ ማያሟሉ ማመልከቻዎች ተቀባይነ ት አያገ ኙም፡ ፡
በህጋዊ ሁኔታ እና በገ ንዘብ አቅም - በአመልካች፡
1. በህጋዊነ ት የ ተመዘገ በ ኢትዮጵያዊ ተቋም (ኃላ/የ ተ/የ ግ/ማህበር፣ ህብረት ስራ ማህበር፣ ህጋዊ የ ግል
ንግድ ወዘተ) መሆን እና የ ምዝገ ባ ማረጋገ ጫ እና/ወይም የ ንግድ ፍቃድ ኮፒ ማቅረብ ይጠበቃል
2. የ አንድ ለ አንድ (1፡ 1) የ ገ ንዘብ ተዛማጅ አሰተዋፆ መስፈርቱን የ ማሟላት ብቃት ማረጋገ ጫዎችን ማሳየ ት
ይጠበቃል
አመልካቾች አዲስ የ ካፒታል ኢንቨስትመንት እና/ወይም ለንግድ የ ተመደበ ገ ንዘብ በማሳየ ት ተዛማጅ
አስተዋፆ ለማድረግ ብቁ መሆናቸውን ሊያሳዩ ይችላሉ፡ ፡
ይህ የ ወጪ መጋራት፡ ጥሬ ገ ንዘብን፣ የ ንግድ ገ ንዘቦችን ወይም ከተግባራት የ ሚገ ኙ ገ ቢዎችን
ሊያካትት የ ሚችል ሲሆን ይህም የ ሚሆነ ው በመዝገ ቦች እስከተረጋገ ጠ ድረስ፤ ለፕሮጀክቱ አላማ
አስፈላጊ እና ምክንያታዊ እስከሆነ ድረስ፣ ለማናቸውም ሌሎች በጂ አይ ዜድ ለሚደገ ፉ ፕሮጀክቶች
እንደ መዋጮ እስካልተካተተ ድረስ እንዲሁም በቀደሙ ድጋፍ ሰጪ ድርጅቶች መዋጮ የ ተደረገ ባቸው
ንብረቶች እስካልተካተቱ ድረስ ነ ው፡ ፡
3. ተአማኒ የ ሆነ የ ገ ንዘብ እና አስተዳደራዊ ሂደቶችን ለማከናወን ብቃት እንዳለው በሚከተሉት ላይ ማሳየ ት
ይጠበቃል፡
ንብረቶችን በመጠበቅ
ማጭበርበሮችን ፣ ብክነ ቶችን እና ብዝበዛዎችን በመከላከል እና
የ ሲ ኤን ኤፍ ኤን ግቦች እና አላማዎች ስኬት በመደገ ፍ
4. አጥጋቢ የ ሆነ የ ቀደመ የ ገ ንዘብ አፈጻጸም ማስረጃ ይጠበቃል
5. ግልጽ የ ሆነ የ ሂሳብ አያያዝ ስርዐት እንዲኖረው ይጠበቃል (የ ኢትዮጵያ የ ሂሳብ ስራ ደረጃዎችን በመጠቀም)
6. ገ ለልተኛ የ ሒሳብ ምልከታ ወይም ኦዲቶችን በተጠየ ቁበት አኳኋን ለማከናወን ፍቃደኛ እንዲሆኑ ይጠበቃል
7. ኤፍ ኤሲ ሲዎችን ለማቋቋም የ ሚውል መሬት ወይም ቤት፣ በሊዝ ወይም በኪራይ፣ ቢያንስ ለ10 አመታት
መያዛቸውን የ ሚያረጋገ ጥ የ ይዞታ ህጋዊ ማረጋገ ጫ እንዲያቀርቡ ይጠበቃል
8. የ ከፍተኛ የ ንግድ ስነ ምግባር ደረጃዎችን ተከትሎ መስራት ይጠበቃል፣ ይኸውም የ ንግድ ውሎች ላይ እና
የ መዝገ ብ አያያዝ ላይ ያለንን ግልጽነ ትን ይጨምራል
9. ሁሉንም አይነ ት ተገ ቢ የ ስራ ብቃት ማረጋገ ጫዎችን ለማሟላት ፍቃደኛነ ትና ብቃት እንዲኖራቸው ይጠበቃል
10. ለኤፍ ኤስ ሲው ጥቅም ላይ የ ሚውል በንግዱ ስም የ ወጣ የ ባንክ ሂሳብ እንዲኖራቸው ይጠበቃል
11. በማናቸውም የ ተከለከሉ ተግባራት ላይ አለመሳተፍና በአሁኑ ወቅት ከማናቸውም ህጸጾች ነ ጻ እንዲሆኑ
ይጠበቃል
12. በማናቸውም ብድሮች፣ የ ቀደሙ ወይም የ ልማት ድጋፍ ጥያቄዎች እና/ወይም ድጋፎች ላይ መረጃዎችን በሰነ ድ
ለማስደገ ፍ ፍቃደኛ መሆን ይጠበቅባቸዋል
13. ንግዱ ገ በያ የ ሚኖረው፣ ትርፋማ እና የ ረዥም ዘመን የ እድገ ት አቅም ያለው መሆን ይጠበቅበታል
14. አብዛኛው ድጋፍ በአይነ ት (ንብረት/በዕቃ) መሆኑን እንዲገ ነ ዘቡ እና እንዲስማሙ ይጠበቃል
አንዳንድ በደረሰኝ የ ተደገ ፉ ጥቃቅን ወጪዎች ግን ድጋፍ ለሚደረግለት ድርጅት በገ ንዘብ ተመላሽ
ሊደረግ ይችላል፡ ፡ ይህ የ ሚሆነ ው ግን ጥቃቅን ወጪዎቹ በድጋፍ ስምምነ ቱ ላይ ከተጠቀሱ እና
በጸደቀው በጀት ውስጥ የ ተካተቱ ከሆኑ ብቻ ነ ው፡ ፡
15. የ ሲኤን ኤፍ ኤን የ ሒሳብ እና የ ግዢ መመሪያዎች በአግባቡ መከተል ይጠበቃል
16. ለተዛማጅ አስተዋፆ ምንጮች እውቅና እና የ ባለቤትነ ት ማስረጃ እንዲያቀርቡ ይጠበቃል
17. በድጋፉ ሊሸፈኑ የ ተፈቀደላቸው ስራዎች’ በሚለው አንቀፅ ስር ከተጠቀሱት ስራዎች ውጪ ድጋፉን ለሌሎች
እንቅስቃሴዎች መጠቀም የ ተከለከለ ነ ው
በቴክኒክ ረገ ድ አመልካቹ፡
1. ያቀረቡት ፕሮጀክት የ ሚከተሉትን ውጤቶች እንደሚያመጣ ሊያመልክት ይገ ባል፡
የ አነ ስተኛ ደረጃ አርሶ አደሩን ምርታማነ ት እንደሚጨምር
የ አነ ስተኛ ደረጃ አርሶ አደሩን ገ ቢ እንደሚጨምር
አዲስ የ ስራ እድልን እንደሚፈጥር እና
ለአነ ስተኛ ደረጃ አርሶ አደሮች የ ተሻሻለ የ ግብአቶች እና የ አገ ልግሎቶች አቅርቦት እንደሚፍጠር
2. የ ግብርና አገ ልግሎት ማዕከላቱ ሊቋቋሙ የ ሚችሉት ከአምስቱ የ ፕሮጀክት ወረዳዎች ውስጥ ብቻ መሆኑን
ተረድተው ሊወዳደሩ ይገ ባል፡ ፡
3. ከፍተኛ ቁጥር ያላቸው በአነ ስተኛ ደረጃ የ ሚገ ኙ አርሶ አደሮች ላይ አዎንታዊ ተጽእኖ የ ማምጣት ብቃት
ሊኖረው ይገ ባል
4. ሴቶችን እና ወጣቶችን በታቀዱት ተግባራት ላይ እንደ ባለቤት፣ ስራ አስኪያጅ፣ ሰራተኛ፣ ኤፍ ኤስ ሲ
ደንበኛ ወዘተ ለማሳተፍ እቅድ ሊያቀርቡ ይገ ባል
5. ፕሮፖዛሎችን በማመልከቻው ቅጽ መሰረት የ ማመልከቻው ጊዜ በሚያበቃበት ቀን ወይም አስቀድሞ ማስገ ባት
ይጠበቅባቸዋል
6. ሲኤንኤፍኤ በግብርና አገ ልግሎት ማዕከላት ሰራተኞች አመራረጥና ቅጥር ላይ እንዲሳተፍ ፍቃደኛ መሆን
ይጠበቅባቸዋል
7. የ ፕሮጀክቱን ብራንዲንግ እና ማርኬቲንግ (የ መለያ እና የ ማስተዋወቂያ) መስፈርቶች ሊከተሉ ይገ ባል
8. የ ድጋፉ ምንጭ ከጂአይዜድ ስለመሆኑ እውቅና ሊሰጥ ይገ ባል
9. እውቅና ላላቸው የ አካባቢ ጥበቃ ደረጃዎች ተገ ዢ ሊሆኑ ይገ ባል
10. ከሲኤን ኤፍ ኤ ወይም ከጂአይዜድ ሰራተኞች ጋር የቅርብ ዝምድና ሊኖራቸው አይገባም
5. ለኤፍ ኤስ ሲ ፒ - ጂ አይ ኤ ኤፍ ኢትዮጵያ ድጋፍ ለማመልከት የ ሚያስፈልጉ ቁልፍ መመሪያዎች፡
አመልካቹ ሁሉንም ማመልከቻዎች እራሱን ችሎ (ያለ ሲ ኤን ኤፍ ኤ ሰራተኞች ድጋፍ) ማዘጋጀት
ይኖርበታል፡ ፡
ማመልከቻዎችን ለማጠናቀቅ ማብራሪያዎች እና መረጃዎች በአመልካቹ ጥያቄ መሰረት ከኤፍ ኤስ ሲ ፕ -
ጂ አይ ኤፍ ኢትዮጵያ ሰራተኞች ማግኘት ይችላል
ሁሉም አመልካቾች የ ተዘጋጀውን የ ማመልከቻ ቅጽ ሊጠቀሙ እና አስፈላጊ አባሪዎችን በሙሉ ሊያቀርቡ
ይገ ባል፡ ፡ ያልተሟሉ ማመልከቻዎች ተቀባይነ ት አያገ ኙም፡ ፡
ሁሉም ማመልከቻዎች በእንግሊዘኛ ቋንቋ ሊዘጋጁ ይገ ባል
ሁሉም ማመልከቻዎች የ አንድ ለአንድ የ ገ ንዘብ ተዛማጅ አስተዋፆን ሊያሳዩ እና ያቀረቡት ፕሮጀክት
በአነ ስተኛ ደረጃ ያሉ የ አርሶ አደሮችን ምርታማነ ት እና ገ ቢ የ ሚጨምሩ እና አዳዲስ የ ስራ እድልን
የ ሚፈጥሩ መሆናቸውን ሊያሳዩ ይገ ባል፡ ፡
ተቀባይነ ት ያላገ ኙ ማመልከቻዎች እና አባሪዎች ለአመልካቾች አይመለሱም፡ ፡
ማመልከቻዎች ገ ቢ የ ሚደረጉት ከ፡
ከአርብ መጋቢት 16/2008 እስከ አርብ ሚያዚያ 14/2008 ብቻ ነ ው
የ ተዘጋጁት የ ማመልከቻ ቅጾች በሚከተሉት አድራሻዎች ይገ ኛሉ፡
o በሚከተሉት የ ወረዳ ግብርና ጽ/ቤቶች - አርሲ ሮቤ፣ ጢዮ፣ ዲገ ሉ - ጢጆ፣ ሂጦሳ፣ ሎዴ-
ሂጦሳ
በ www.cnfa.org ድህረ-ገ ፅ
በአዲስ አበባ ቦሌ ኦሎምፒያ በሚገ ኘው የ ሲ ኤን ኤፍ ኤ ጽ/ቤት (ሬቲና ህንጻ 4ኛ ፎቅ)
ከማመልከቻው ቅጽ ጋር የ ተያያዙ ጥያቄዎች በሚከተሉት መንገ ዶች ሊቀርቡ ይችላሉ፡
በኢሜይል - fscpgiaf@gmail.com
በአካል በሲ ኤን ኤፍ ኤ ጽ/ቤት (ሬቲና ህንጻ 4ኛ ፎቅ) በማናቸውም የ ስራ ቀናት ከቀኑ 8፡ 00
እስከ 11፡ 00 ሰዐት
በስልክ ቁጥር - 0911 634 360 /0913 745 967 / 0911 390 546
የተሞላዉን የማማልከቻ ፎርም ከታች በተጠቀሱት አድራሻዎች ሚያዝያ 14 2008 ወይም ከዘያ በፊት ማስገባት ይችላሉ፡
አዲስ አበባ ቦሌ ኦሎምፒያ በሚገኘዉ የCNFA ቢሮ -ሬቲና ህንፃ 4ኛ ፎቅ
በ CNFA ኢሜል fscpgiaf@gmail.com
በወረዳዎ ባሉት የግብርና ጽህፈት ቤቶች -አርሲ-ሮቤ፤ ጢዮ፤ ዲጋሉ-ጢጆ፤ ሂጦሳ እና ሎዴ ሂጦሳ
6. የ ማመልከቻዎች ምልከታ ሂደት እና የ ግምገ ማ መስፈርት
አመልካቾች የ ሚገ መገሙት በማመልከቻው ቅፅ ላይ ባስገ ቡት መረጃ መሰረት ይሆናል፡ ፡ የ መጨረሻ ውሳኔ
የ ሚደረገ ው ኤፍ ኤስ ሲ ፕ - ጂ አ ይ ኤፍ ኢትዮጵያ በሚያደርገ ው የ ውድድር ሂደት ውጤት ሲሆን የ ድጋፉ
መጠንም በወቅቱ በእጅ ላይ በሚገ ኘው የ ገ ንዘብ መጠን የ ሚወሰን ይሆናል፡ ፡
ማመልከቻዎች በሶስት ከኤፍ ኤስ ሲ ፕ - ጂ አይ ኤ ኤፍ ኢትዮጵያ ሰራተኞቸ በተዋቀረ የ ድጋፍ ማመልከቻ
ገ ምጋሚ ኮሚቴ በገ ቡበት ቅደም ተከተል መሰረት የ ሚገ መገሙ ይሆናል፡ ፡
እያንዳንዱ የ ገ ምጋሚ ኮሚቴ አባል እያንዳንዱን ማመልከቻ በግሉ የ ምዘና ቅጽ በመጠቀም ነ ጥብ የ ሚሰጥባቸው
ይሆናል፡ ፡ የ ምዘና ቅጾቹ ለእያንዳንዱ አመልካች ነ ጥብ የ ሚሰጡ ሲሆን በተጨማሪም በድጋፍ ማመልከቻ ቅጹ
ላይ ካሉ ክፍሎች ጋር የ ሚተያይ ይሆናል፡ ፡
ማመልከቻው አንዴ በሁሉም መዛኞች ነ ጥብ ከተሰጠበት በኃላ መዛኞቹ ተገ ናኝተው ስለሰጡት ነ ጥብ እና
ስለማመልከቻው ምክክር የ ሚያደርጉ እና የ መጨረሻ የ ነ ጥብ አሰጣጡ ላይ ከስምምነ ት ላይ የ ሚደርሱ ይሆናል፡ ፡
በኮሚቴው አባላት መካከል የ ሚደረገ ው ምክክር ሁሉም መዛኞች ሊኖራቸው የ ሚችሉ ጥያቄዎችን ወይም
አለመግባባቶችን የ ሚያጠራ ሲሆን በዚሁ ሂደትም በነ ጥብ አሰጣጡ ላይ ማስተካከያዎች ሊደረጉ ይችላሉ፡ ፡
የ መጨረሻ ስምምነ ት ላይ የ ተደረሰባቸው ነ ጥቦች የ ሚገ ኙት የ ሶስቱ ኮሚቴ አባላት ነ ጥቦች ድምር በሶስት
ተካፍሎ አማካዩን በመውሰድ ይሆናል፡ ፡ በመጨረሻም በኮሚቴው የ ተመለመሉ አመልካቾች ጉብኝት
ይደረግባቸዋል፡ ፡
እያንዳንዱ ማመልከቻ በሚከተለው የ ምዘና መስፈርት መሰረት ነ ጥብ የ ሚሰጥበት ይሆናል፡
የ ምዘና መስፈርት የ ሚይዙት ነ ጥቦች የ ሚያካትቷቸው ነ ገ ሮች
የ ተቋሙ አቅም እስከ 30
ሞያዊ ልምድ (እስከ 8 ነ ጥቦች)
ተቋማዊ ልምድ (እስከ 10 ነ ጥቦች)
የ ገ ንዘብ አቅም (እስከ 12 ነ ጥቦች)
የ ፕሮጀክቱ ግቦች
እና የ ንግድ
ስልቶች
እስከ 35
የ ፕሮጀክቱ ግብ (እስከ 10 ነ ጥቦች)
የ ገ በያ ትንተና/የ ንግድ አይነ ት ተቀባይነ ት (እስከ 6 ነ ጥቦች)
ከአቅራቢዎች ጋር ያለ ግንኙነ ት (እስከ 3 ነ ጥቦች)
የ ስራ እቅድ (እስከ 8 ነ ጥቦች)
የ ፕሮጀክት በጀት (እስከ 8 ነ ጥቦች)
የ ፕሮጀክቱ
ተጽኖዎች እስከ 30
የ ወደፊት የ ገ ቢ ትርፋማነ ት ትንተና (እስከ 15 ነ ጥቦች)
በተጠቃሚዎች ላይ የ ሚፈጥረው በጎ ተጽዕኖ (እስከ 15 ነ ጥቦች)
ሌሎች እስከ 5
ሴቶች/ወጣቶች ባለቤት የ ሆኑባቸው፤ ተቀጥረው የ ሚሰሩባቸው፤ የ አገ ልግሎት
አላማቸው ሴቶችና ወጣቶችን ከመደገ ፍ ጋር ለተያያዘ ማዕከላት የ ሚሰጥ
(እስከ 5 ነ ጥብ)
እያንዳንዳቸው አመልካቾች የ ግል ነ ጥብ ስለሚሰጣቸው የ ሚመረጡት ተቋማት የ ማመልከቻው ቀነ ገ ደብ እስኪያልፍ
ድረስ አይለዩም
ከአርብ 14/08/2008 በኋላ የ ሚቀርቡ ማመልከቻዎች ተቀባይነ ት አይኖራቸውም
በሚከተሉት ርዕሶች ላይ መረጃ ለማግኘት በ-ኤፍ ኤስ ሲ ፒ-ጂ አይ ኤ ፍ (FSCP-GIAF) በእንግሊዘኛ
የ ተዘጋጀውን የ ድጋፍ ማመልከቻ መመሪያ ይመልከቱ፡
አግባብነ ት ያለው የ ድጋፍ ገ ንዘብ አጠቃቀም
የ መስክ ጉብኝት እና የ ንግድ ዕቅድ ዝግጅት
የ ድጋፍ ስምምነ ት አፈራረም
top related