![Page 1: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/1.jpg)
Faasikaa jalqabaa
Macaafa Qulqulluu Daa'immaniif Dhihaate
![Page 2: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/2.jpg)
Kan barreeffame: Edward Hughes
Kan ibsame: Janie Forest; Alastair Paterson
Kan dagaagsame: Lyn Doerksen
Kan hiikkame: Zemendale Translation Service email: [email protected]
Po Box 32155, Addis Ababa, Ethiopia
Kan qophaa’e: Bible for Children www.M1914.org
©2020 Bible for Children, Inc.
Eeyyama: Seenaa kana hamma hin gugurreetti garagalfacuus ta’ee Maxxansiifacuu ni dandeessu.
![Page 3: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/3.jpg)
Dubartiin gaaera ciinaa dhaabattee boosuu iji ishee iji guddaa argama isa rakkisaa ilaalaa jirti.
![Page 4: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/4.jpg)
Ilmi ishee du’uuf jira. Haatii sun Maariyaamm turte, isheenis iddoo itti Yesuus dhaaabattee turte.
![Page 5: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/5.jpg)
Inni kun hunduu akkamitti ta’ee?
Yesuus jireenya
bareedaa akkasii
akkamittiin haala gaddisiisaa
akkasiitiin xumuruu danda’ee?
![Page 6: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/6.jpg)
Waaqayyoo Ilmii isaa akka
fannoo irratti
karaa akkasittii
jibbisiisuun akka fannifamuuf maaliif eeyyamee?
![Page 7: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/7.jpg)
Yesuus ofii Isaatii dogoggorri Inni raaw’ate ni jira ture? Waaqayyo kufee turee?
![Page 8: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/8.jpg)
Lakki! Waaqayyoo hin kufne, Yesuus dogoggora homaatuu hin raawwa’ane ture.
![Page 9: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/9.jpg)
Yesuus yeruma hundumaa bakka namoota yakkamootaa/ jal’ootaa/ akka du’aaf dabarfamee kennamuu ni beeka ture.
![Page 10: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/10.jpg)
Kan biraa haa hafuutii yeroo Yesuus daa’ima turettuu Simoon jaarsichi gaddi fuulduratti akka dhufu Maariyaamiitti himee ture.
![Page 11: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/11.jpg)
Yesuus ajjeefamuu isaatiin dura guyyoota muraasa dura, dubartiin takka gara Isaa dhufrtee urgooftuu gatii jabaa ta’e fiddee miila isaa irratti dhangalaaste.
![Page 12: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/12.jpg)
“Isheen maaliif akkasumaan horii balleessiti” jedhanii duuka buutonni komii isaanii dhiheessan.
![Page 13: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/13.jpg)
Yesuus “Isheen waan gaarii goote. Awwaala kootiif ta’a” jedhe. Jechoota akkam haaraa ta’anii!
![Page 14: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/14.jpg)
kana booda Yihudaan bartoota Yesuus hudhalamaan keessaa isa tokko inni ta’e Yesuusiin ganee gurguruf ...
![Page 15: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/15.jpg)
... meetii 30n hangafa lubootaatti Isa gurguruf walii ni gale.
![Page 16: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/16.jpg)
Yeroo ayyaana Faasikaa warra Yihudootaatti, Yesuus irbaata Isaa isa yeroo dhumaa bartoota Isaa wajjin ni nyaate. Inni waa’ee Waaqayyoo fi kakuu Inni namoota isa jaallatanii isaaniitti ni hime.
![Page 17: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/17.jpg)
Sana booda Yesuus buddeenaafi akka waliin qoodanii dhuganiif xoofoo tokko isaaniif kenne. Wantoonni kunniin kan ta’an foonnif dhiigni Yesuus dhiifamaa cubbuu isaa- niitiif akka kennaman yaadachiisuuf ture.
![Page 18: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/18.jpg)
Sana booda Yesuus inni dabarfama kennamuufi akka jalaa ba’an hiriyoota isaattini hime ...
![Page 19: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/19.jpg)
... “Ani kana ooluu hin danda’u” Phexroos ni morme Yesuus garuu “Otuu Indaaqqoon hin iyyin si’a sadii naganta” ittiin jedheen.
![Page 20: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/20.jpg)
Booddee galgala sana Yesuus gara iddoo qannoo Getesamaaniyaa kadhachuuf ni deeme.
![Page 21: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/21.jpg)
Bartoonni isaa wajjkin turan hirriiba guddaa keessa turan “Yaa Waaqayyoo Abbaa” jedhee Yesuus kadhata Isaa jalqabe “….xoofoo kana narraa fuudhi, ...
![Page 22: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/22.jpg)
... Garuu akka fedhii keetii haa ta’u malee akka fedhii koo hin ta’in” jedhee.
![Page 23: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/23.jpg)
Yeroosana namoonni macci (danuunYihudaadhaan gaggeeffamaa gara iddoo qannoo sanaa dhue. Yesuus hin mormineen, garuu immoo Pheexroos gurra nama tokko billaadhaan ni mure.
![Page 24: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/24.jpg)
Yesuus namicha sana harkaan xuqee isa ni fayyise. Yesuus qabamuun Isaa kutaa fedha Waaqayyoo akka ta’e ni beeka ture.
![Page 25: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/25.jpg)
Ummani danuun (Macci) sun Yesuusin gara hangafa lubootaatti ni geessani. Achittii, dursitoonni warra Yihudii yesuus du’uu qaba jedhan.
![Page 26: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/26.jpg)
Dhiheenyatti Phexroos xonboree takka cinaa ibidda bira dhaabatee ni mul’ate. Yeroo sadii namooni Phexroosiin ilaalanii “Ati Yesuus wajjin turte.”
![Page 27: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/27.jpg)
Jedhani yeroo sadanuu Phexroos ni gane, akkuma Yesuus jedhe. Phexroos sirumaa ni kakate.
![Page 28: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/28.jpg)
Yerosuma, lukkuun (Indaaqqoo) kormaan ni iyye. Inni Phexroosiif akkuma sagalee Waaqayyoo ture.
![Page 29: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/29.jpg)
Wanta Yesuus ittiin jedhe yaadachuudhaan Phexroos hirqinfatee ni boo’e.
![Page 30: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/30.jpg)
Yihudaaniis gaddee ture. Yesuus cubbuu ta’ee yakka homaatuu akka hin hojjenne ni beeke.
![Page 31: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/31.jpg)
Yihudaan meetii 30 Sana deebisullee
luboonni sun irraa fudhachuu ni didan.
![Page 32: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/32.jpg)
Yihudaan maallaqicha darbatee deemee,
ofis hudhee of ajjeese.
![Page 33: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/33.jpg)
Luboonni Yesuusdhanii deemanii Philaaxos bulchaa warra Roomaa fuulduratti ni dhiheessani.
![Page 34: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/34.jpg)
Philaaxos “Ani Nama kana irratti Yakka du’aa isa gessu irratti hin argine” Namoonni danuun sun garuu
iyya isaanii ittuma
fufanii “Fannisi! Isa fannisi!” ni jed- hanii iyyaa turan.
![Page 35: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/35.jpg)
Dhumarratti Philaaxoos isa isaan isa kadhatan isaanii gochuuf ni murteesse, innis Yesuus fannifamee akka du’u ture. Loltonni Yesuusiin rukutanii, fuula Isaa irratti tufaa, akkasumas immoo ni garafaniin.
![Page 36: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/36.jpg)
Uisaan gara jabummaadhaan gonfoo qoraattii garmalee nama waraanu irraa hojjetanii mataa Isaatti ni kaa’an.
![Page 37: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/37.jpg)
Sana booda akka Inni du’uuf fannoo mukarraa hojjetame irratti Isa ni fannisani.
![Page 38: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/38.jpg)
Yesuus yeroo hundaa haala sanaan akka du’u ni beeka ture. Inni
dabalataanis du’uun isaa warra cubbamoota
kanneen amantii isaanii Isarratti
godhataniif araaara
(dhiifama) akka fiduuf ni beeka ture.
![Page 39: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/39.jpg)
Yakkamtoonni lama Yesuus cinaadhaanfannifamanii
turanii. Inni tokko Yesuusitti ni amane.
Sana boodas gara Jeennatatti ni gale.
Inni kuun garuu Jennatatti hin
galle ture.
![Page 40: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/40.jpg)
Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee ni du’e. Hojiin Isaa raaw’atee ture.
![Page 41: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/41.jpg)
Hiriyoonni Isaa iddoo awwaalaa dhuunfaa keessatti Isa ni awwaalan.
![Page 42: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/42.jpg)
Sana booda loltoonni warra Roomaa itti cuffanii awwaalicha sana ni eegani.
![Page 43: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/43.jpg)
Yeroo kana namni tokko iyyuu gahuu hin dandeenye ture.
![Page 44: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/44.jpg)
Otuu wantii kun dhuma seenichaa ta’ee hammam kan nama gaddisiisu ta’a ture.
![Page 45: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/45.jpg)
Waaqayyo mgaruu wanta garmalee dinqii tokko ni raawate. Yesuus du’ee hin hafne ture!
![Page 46: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/46.jpg)
Ganama barii guyyaa jalqaba torbaniitti, bartoota yesuus keessaa muraasni ...
![Page 47: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/47.jpg)
... isaanii balbala boolla awwaalichaatirraa konkolaachuu isaa ni argan.
![Page 48: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/48.jpg)
Keessa isaa yommuu ilaalan, yesuus achii keessa hin turre.
![Page 49: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/49.jpg)
Dubartiin takka boo’aa achuma naannoo awwaala sanaa ni turte. Yesuus isheetti ni mul’ate.
![Page 50: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/50.jpg)
Isheenis gammachuudhaan guutamtee bartoota kanneen birootti himuudhaaf ni fiigde.
![Page 51: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/51.jpg)
“YESUUS LUBBUUDHAAN NI JIRA! YESUUS DU’AA KA’EERA!”
![Page 52: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/52.jpg)
Yerosuma Yesuus gara bartoota kan biroo ni dhufe, achiiyis harka isaa isa madaa’e isaanitti ni argisiise. Dhugaa ture! YESUUS DU’AA KA’EE LUBBUUDHAAN NI JIRA TURE! Inni Pheexroos isa Isa ganeef ni dhiise.
![Page 53: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/53.jpg)
Sana boodas waa’ee Isaa namoota hundatti akka himaniif bartoota isaatti ni hime. sana booda Inni gara Waaqaa iddoo itti yeroo Guyyaa Dhaloota Isaa isa jalqabaa sana irraa dhufeetti ni deebi’e.
![Page 54: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/54.jpg)
Faasikaa jalqabaa
Seenaa Sagalee Waaqayoo Macaafa Qulqulluu
kan keessatti argamu
Maatewos 26-28, Luqaas 22-24,
Yohaanis 13-21
“Saaqamuun dubbii keetii ifa in kenna.” Faarsaa 119:130
![Page 55: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/55.jpg)
Xumurameera
![Page 56: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/56.jpg)
Seenaan Macaafa Qulqulluu kun kan haasa’u waa’ee Waaqayyo keenya Isa dinqii Isa nu uumeefi Isa akka Isa beeknu barbaaduuti.
Waaqayyo wanta hamaa isa Inni cubbuu jedhuun akka raaw’anne ni beeka. Adabbiin cubbuu du’a.
Waaqayyo garuu guddaa si jaallata, kanaaf cubbuu keetiif akka fannoorratti du’uufi akka
adabamuuf Tokkicha Ilma Isaa Yesuus dabarsee siif ni kenne. Sana booda Yesuus gara
jireenyaatti deebi’ee gara iddoo jireenya Isaa gara Waaqaa ni deeme! Yesuusitti amantee
cubbuu keetiif akka siif dhiisuuf yoo Isa gaafatte, Inni siif ni dhiisa! Yeroo kana dhufee si wajjin ni jiraata, akkasumas immoo atis Isaa
wajjin bara baraaf ni jiraatta.
![Page 57: The First Easter Afaan Oromoo PDA - Bible for Childrenbibleforchildren.org/PDFs/afaan_oromoo/The_First_Easter...Dhiphina sa’aatii muraasaatiin booda, Yesuus “xumurameera,” jedhee](https://reader030.vdocument.in/reader030/viewer/2022012001/6085a0fece806672c50e4be5/html5/thumbnails/57.jpg)
Inni kun dhugaa ta’uu isaa yoo amante, Waaqayyoon akkas jedhiin:
Yaa Yesuus, Ati Waaqayyo ta’uu kee fi cubbuu kootiif du’uuf jettee akka annaf dhufte nan
amana, ammas kunoo deebitee ni jiraatta. Maaloo gara jireenya kootti koottuutii amma jireenya
haaraa akkan jiraachuu akkan danda’uufi guyyaa tokko sin wajjin bara baraaf jiraachuuf gara kee
akkan dhaquuf cubbuu kootiif naaf dhiisi. Abboommii kee akkan eeguufi akka mucaa keetti
akkan jiraadhuuf na gargaari. Ameen.
Macaafa Qulqulluu dubbisiitii guyyuma hundumaa Waaqayyoo wajjin dubbadhu! Wangeela
Yohaannis 3:16