ibsaa yusuf ahmed

37
HIKKAA MAQAA RABBII 99 ASMA UL HUSNA WITH MEANING

Upload: ibsaayusuf

Post on 20-May-2020

69 views

Category:

Art & Photos


2 download

DESCRIPTION

Ramadan supplication

TRANSCRIPT

Page 1: Ibsaa Yusuf Ahmed

HIKKAA MAQAA RABBII 99

ASMA UL HUSNA WITH MEANING

Page 2: Ibsaa Yusuf Ahmed

Edited by Ibsaa Yusuf AhmedRamadan,26,1441Hijra

1. Ar-Rahmaan⇨{ رلاحمن }

⇨Jechuun duniyaarratti kan

Page 3: Ibsaa Yusuf Ahmed

hundafuu rahmata godhu

2. Ar-Raheem⇨{ مي رلاح }

★jechuun akkuma duniyarratti

karaa haqaatti isaan qajeelchee

Akhirattis mu'umintoota qofaaf

kan Rahmata godhu

3. Al-Malik⇨{ ملك لا }

⇨Jechuun mootii kan ajajuu fi

dhowwuun harka isaa jiru

akkasumas waan uume akka

barbaade gochuu kan

danda'u-duniyaas ta'e

Aakhiraanis kan mootummaa

isaa jala jiru jechuudha

Page 4: Ibsaa Yusuf Ahmed

4. Al-Quddus⇨{ سو قد لا }

⇨Jechuun qulquulluu kara

hundaan qulquulluu fi guutuu kan

ta'e.

5. As-Salam⇨{ سلاالم }

⇨Jechuun naga qabeessa innis

nagaadha maqaan isaas

nagaadha hojiin isaas nagaadha

nageenyi duniyaa fi aakhiraatti

argamus isumarraati.

Page 5: Ibsaa Yusuf Ahmed

6. Al-Mu’min⇨{ مؤمن لا }

⇨jechuun dhugoomsaa kan

ergamtoota isaatii ragaa bahee

dhugoomsuufi kan duniyaattis

ta'e Aakhiraatti nagaa buusu.

7. Al-Muhaymin⇨{مهيمن لا }

⇨jechuun Eegaa waa hundaa

kan ta'eefi kan to'atu jechudha.

8. Al-Aziz⇨{ زي عز لا }

⇨Jechuun injifataa kan waa

hunda ijifatuufi kan wanti

tokkollee hayyaama isaa malee

Page 6: Ibsaa Yusuf Ahmed

hin sochoone jechuudha.

9. Al-Jabbar⇨{ را جب لا }

⇨jechuunAbbaa humna cimaa

kan waan fedhe bakkaan gahuu

danda'uu fi kan uumamni hundi

isaaf gadi jedhuu fi kan waa

hundi harka isaa kajeelu.

10. Al-Mutakabbir⇨{متكبر لا }

⇨jechuun boonaa kan hir'inaa fi

waan isaa hin malle hundarraa

akkasumas gabroottan miidhuu

irraa kan ol ta'ee fi warra boonuu

Page 7: Ibsaa Yusuf Ahmed

gadi qabee kan xiqqeessu

jechuudha.

11. Al-Khaliq⇨{ ق لا خ لا }

⇨Jechuun uumaa kan osoo

wahirraa hin ilaalin jalqabee

uume.

12. Al-Bari⇨{ ئ را ب لا }

⇨Jechuun haaraa argamsiisaa

kan waan ofii uumee argamsiise

kana ifatti baase.

13. Al-Musawwir⇨{ مصور لا }

Page 8: Ibsaa Yusuf Ahmed

⇨Jechuun suuraa fedhe irratti

uumaa.

14. Al-Ghaffar⇨{ را غف لا }

⇨jechuun kan osoo gabrichii

akkaan balleessuu inni ammoo

akkaan Araaramuuf jechuudha.

15. Al-Qahhar⇨{ را قه لا }

⇨Jechuun injifataa kan wanti isa

malee jiru hundi isaaf gadi

jedhuu fi kan waa hundi isa jalatti

bulu.jechuun mooti waa hundaa

Page 9: Ibsaa Yusuf Ahmed

16. Al-Wahhab⇨{ با وه لا }

⇨Jechuun irraa badhaasaa

(qananiisaa dugda baasuun

maleetti kan kennuufii sababaa

malee kan arjoomu.

17. Ar-Razzaq⇨{ قا رلاز }

⇨jechuun kennaa Rizqii kan

uumama hundaaf rizqii qoodee

akka isaaniif malutti kennuf

18. Al-Fattah⇨{ حا فت لا }

⇨Jechuun kan banu / injifachiisu

kan dilbii qabeenya isaa abbaa

Page 10: Ibsaa Yusuf Ahmed

fedhee banee mootummaas ta'e

qabeenya harka Abbaa fedhe

kahuu.

19. Al-Alim⇨{ {العليم

⇦jechuun irraa beekaa kan

keessaa fi duuba waa hunda

waan darbee fi waan sichi ykn

refuu dhufu kan beeku.

20. Al-Qabid⇨{ ض با ق لا }

⇨Jechuun qabataa Rizqii kan

rizqiis ta'e lubbuu ilmaan namaa

of biratti qabu jechuudha.

Page 11: Ibsaa Yusuf Ahmed

21. Al-Basit⇨{ ط سا ب لا }

⇨Jechuun bal'isaa rizqii kan

gabroottan isaa keessaa Abbaa

barbaadeef rizqii bal'isu warri

badii hojjetani ammoo akka gara

isaa deebi'aniif harka isaa kan

bal'isuuf.

22. Al-Khafid⇨{ ض فا خ لا }

23. Ar-Rafi⇨{ ع فا رلا }

⇨Jechuun gara laafaa suuta

jechuu kan jaallatuu fi kan

Page 12: Ibsaa Yusuf Ahmed

gabroottan isaatti laaffisuu

jaallatu?.

24. Al-Mu’izz⇨{معز لا }

25. Al-Mudhill⇨{ذل ملا }

26. As-Sami⇨{ عي سلام }

⇨Jechuun dhaga'aa ykn

dhagahaa icitiis ta'e sagaleen

kamiyyuu kan isaa jalaa hin

dhokanne.

27. Al-Basir⇨{ ري بص لا }

Page 13: Ibsaa Yusuf Ahmed

⇨jechuun argaa kan argaan isaa

waan hunda wal ga'ee fi waa

tokkollee isaa jalaa dhokachuu

hin dandeenye.

28. Al-Hakam⇨{حكم لا }

⇨Jechuun haqa murteessaa kan

haqaan murteessuu fi akka

namni ittiin murteeffatuuf jecha

kitaaba haqaa buuseJ.

29. Al-Adl⇨{ عدل لا }

30. Al-Latif⇨{ في للاط }

Page 14: Ibsaa Yusuf Ahmed

⇨Jechuun hunda beekaa kan

waan dhokataa hunda beekuu fi

kan waa isaa jalaa hin dhokanne.

31. Al-Khabir⇨{ ري خب لا }

⇨Jechuun keessaa beekaa kan

beekumsi isaa waa hunda

marsee jiruu.

32. Al-Halim⇨{ مي حل لا }

⇨jechuun Akkaan obsaa kan

nama adabuutti hin ariifanne

jechuudha.

Page 15: Ibsaa Yusuf Ahmed

33. Al-Azim⇨{ مي عظ لا }

⇨Jechuun ulfaataa/guddaa/kan

maqaan isaas ta'e innis

kabajamaa ta'e.

34. Al-Ghafur⇨{ رو غف لٱ }

⇨ jechuun Araaramaa kan badii

namarratti osoo beekuu nama

hin saaxilin.

35. Ash-Shakur⇨{ رو شلاك }

⇨Jechuun galateeffama kan

hojji gabrichaa isaa baay'iseefi

Page 16: Ibsaa Yusuf Ahmed

mindaa isaa dabaluuf.

36. Al-Ali⇨{علي لا }

⇨jechuun hundaa ol kan ta'e

dandeeytiidhaanis ta'e

humnaanis waanuma hundaanuu

kan hundaa ol ta'e jechuudha.

37. Al-Kabir⇨{ ري كب لا }

⇨jechuun guddaa ofii isaatiifis

ta'e maqaa isaatiinis guddaa kan

waa hunda caaluu fi wantii itti

qixxaa'u kan hin jirre.

Page 17: Ibsaa Yusuf Ahmed

38. Al-Hafiz⇨{ ظي حف لا }

⇨Jechuun tiksaa kan gabroottan

isaa eegu.

39. Al-Muqit⇨{ت يق ملا }

40. Al-Hasib⇨{ بي سح لا }

⇨Jechuun akkaan herreegaa kan

waan gabrootii isaa barbaadan

guutee waan isaan duniyaatti

hojjetan Aakhiraatti isaaniif

kennu.

41. Al-Jalil⇨{ لي جل لا }

Page 18: Ibsaa Yusuf Ahmed

42. Al-Karim⇨{ مي كر لا }

⇨jechuun Arjaa kan kenni isaa

hedduu Abbaa fedheef waan

fedhe kadhaanis ta'e kadhaan

maleetti kan kennu.

43. Ar-Raqib⇨{ بي رلاق }

⇨jechuun hordofaa hundaa kan

haala hunda gabrootaa kan

to'atu.

44. Al-Mujib⇨{ بي مج لا }

⇨Jechuun owwaataa kan nama

Page 19: Ibsaa Yusuf Ahmed

isa kadhateef kadhaa isaa

dhagaheefii waan fedhii isaatii

kennuuf.

45. Al-Wasi⇨{ ع سا و لا }

⇨jechuun Abbaa bal'inaa kan

guddinni isaa mootummaan

isaatiifi Rahmatni isaa bal'aa

ta'ee.

46. Al-Hakim⇨{ مي حك لا }

⇨jechuun beekaa murtii kan

waan hundaa bakka isaaf maluu

kahuu.

Page 20: Ibsaa Yusuf Ahmed

47. Al-Wadud⇨{ دو ود لا }

⇨Jechuun jaallatamaa kan

gabroottan isaa gaggaarii

jaallatee namas jaalachiise isaan

gammachiisu.

48. Al-Majid⇨{ دي مج لا }

49. Al-Ba’ith⇨{ ث عا ب لا }

50. Ash-Shahid⇨{ دي شلاه }

⇨Jechuun hordofaa / Ragaa kan

uumama isaa to'atuu fi

Page 21: Ibsaa Yusuf Ahmed

tokkichummaa isaa akkasumas

haqaan murteessuurratti kan

ragaa ofii bahee warra itti

amaneef ragaa bahuu.

51. Al-Haqq⇨{ حق لا }

⇨Jechuun dhugaa inni haqaan

gabbaramaa ta'uu isaa keessatti

tokkichummaa isaa keessatti

dhugaadha.

52. Al-Wakeel⇨{ لي وك لا }

⇨Jechuun irkoo hundaa kan

Addunyaan kun hundi uumuufi

Page 22: Ibsaa Yusuf Ahmed

sirreesuu keessattis ta'e waan

hojjetaniifi waan barbaadan

keessatti isatti hirkatan

53. Al-Qawiyy⇨{قوي لا }

⇨Jechuun jabaa kan dandeeytii

kana hin jedhamneefi fedhii

guutuu ta'e qabu.

54. Al-Matin⇨{ نيتملا }

⇨Jechuun daran cimaa kan

dandeeytii cimaa qabuufi waan

hojjetu keessatti rakkinni isa hin

mudanne.

Page 23: Ibsaa Yusuf Ahmed

55. Al-Waliyy⇨{ولي لا }

56. Al-Hamid⇨{ دي حم لا }

⇨Jechuun galatoomfatamaa

kan maqaa isaatiinis ta'e haala

isaa akkasumas hojii isaarratti

galatoomfatama kan ta'e.

57. Al-Muhsi⇨{محصي لا }

⇨jechuun tola oolaa kan ofii

isaatii fi haalli isaa hundi guutuu

fi gaarii ta'e.

58. Al-Mubdi⇨{مبدئ لا }

Page 24: Ibsaa Yusuf Ahmed

⇨jechuun ifa baasaa inni ifa

galaa waa'een isaa beekamaa

ta'ee kan waa hunda gabroottan

isaatiif ifaa galchuu jechuudha.

59. Al-Muid⇨{ دي مع لا }

60. Al-Muhyi⇨{محيي لا }

61. Al-Mumit⇨{ تي {المم

62. Al-Hayy⇨{حي لا }

⇨Jechuun jiraataa kan jireenyi

isaa guutuu ta'ee fi asirraa

Page 25: Ibsaa Yusuf Ahmed

jalqabee asitti dhumaa hin

qabne.

63. Al-Qayyum⇨{ مو قي لا }

⇨jechuun of ga'aa kan waan ofii

gochuu barbaadu keessatti waan

tokkotti hin haajomne kan wanti

samii fi dachii keessa jiru

ammoo kan isaatti haajoma.

64. Al-Wajid⇨{د جا و لا }

65. Al-Maajid⇨{د جا م لا }

⇨Jechuun ulfaataa samii

Page 26: Ibsaa Yusuf Ahmed

keessattis dachiirratti kan

kabajamuuf ol ta'iinsi kan isaaf

malu.

66. Al-Wahid⇨{د حاو لا }

⇨jechuun tokkicha {kan waan

gaariidhaan guutamuu keessatti

tokkicha:} tokkichoome wanti

isatti fakkaatu hin jiru akkuma

wanti gabbaramuu haqa godhatu

isa malee hin jirree jechuudha.

67. Al-Ahad⇨{االحد}

Page 27: Ibsaa Yusuf Ahmed

⇨jechuun tokkichaa kan

sharikaa hin qabne.

68. As-Samad⇨{صلامد }

⇨Irkoo hund kan uumamni hundi

itti haajomuufi kan isa kadhatanii

dhimma isaanii itti dhiheeffatan.

69. Al-Qadir⇨{ر دا ق لا }

⇨jechuun hunda danda'aa kan

wanti isaa dadhabsiisu hin jirree

fi inni kan dandeeytii namaaf

kennu.

Page 28: Ibsaa Yusuf Ahmed

70. Al-Muqtadir⇨{ مقتدر لا }

⇨jechuun Abbaa dandeeytii

jechuudha.

71. Al-Muqaddim⇨{مقدم لا }

⇨Jechuun dursaa kan uumama

isaa keessaa akka isaaf malutti

kan fedhe dura buusu jechuudha.

72. Al-Muakhkhir⇨{مؤخر لا }

⇨jechuun tursiisaa kan waan

fedhe dura buusee waan fedhe

ammoo booda aansu akkasumas

kan adaba isaanirraa tursiisu

Page 29: Ibsaa Yusuf Ahmed

jechuudha.

73. Al-Awwal⇨{وألال }

⇨Jechuun isaa duraa/jalqabaa

isa dura kan wanti tokkolleehin

jirre asirra jalqaba jechuun kan

hin danda'amneedha.

74. Al-Akhir⇨{ر خآلا }

⇨Jechuun isaa maayi/boodaa

kan isaa booda wanti tokkoyyuu

hin hafne wanti jiru hundi

dhumee inni qoftii kan hafu

jechuudha akkasumas jireenyi

Page 30: Ibsaa Yusuf Ahmed

isaa dhuma qaba kan hin

jedhamne.

75. Az-Zahir⇨{ر ها ظلا }

⇨Jechuun mul'ataa kara

hundaan kan waan hundatti

marsee jiruuf kan waa hunda of

jalatti bulchu jechuudha.

76. Al-Batin⇨{ن طا ب لا }

⇨Jechuun dhokataa kan osoo

uumamatti dhihaatee jiruu

uumamni Aduniyaa kanarratti

isaa arguu hin dandeenye.

Page 31: Ibsaa Yusuf Ahmed

77. Al-Wali⇨{ي لا و لا }

⇨jechuun jaalallee hunda kan

dhimma gabricha isaa

rawwateefi gargaaru.

78. Al-Mutaali⇨{ي لا متع لا }

⇨jechuun olta'aa kan olta'iinsa

isaatiin wanti qixxaa'u hin jirre.

79. Al-Barr⇨{بر لا }

⇨Jechuun akkaan tola oolaa

qananiin isaa lakkoofsa hin

qabnee fi kan wareegni isaa

Page 32: Ibsaa Yusuf Ahmed

dhugaa ta'e.

80. At-Tawwab⇨{ با تلاو }

⇨Jechuun dhiifama godhaa kan

gabroottan isaa akka dhiifama

isaa kadhatan taasisu.

81. Al-Muntaqim⇨{منتقم لا }

82. Al-Afuww⇨{فو علا }

⇨ jechuun irra dabraa gabrichi

tokko akka adabamuu qabu osoo

beekuu kan dhiiseefii irraa

darbuuf jechuudha.

Page 33: Ibsaa Yusuf Ahmed

83. Ar-Rauf⇨{ فو رلاؤ }

⇨jechuun Abbaa Rahmata

guddaa kan uumama isaa

hundaaf Rahmata oolu.

84. Malik-al-Mulk⇨{ ملك لا ك لا {م

85. Dhu-al-Jalal-Wal-ikram

⇨{ ما ر كإلا و جالل لاو {ذ

86. Al-Muqsit⇨{مقسط لا }

⇨Jechuun uumaa fi Raabsaa

yeroo fi soorataa.

Page 34: Ibsaa Yusuf Ahmed

87. Al-Jami⇨{ع ما ج لا }

⇨Jechuun miidhagaa innis

maqaan isaatiifi haalli isaa

bareedaa kan ta'e.

88. Al-Ghani⇨{غني لا }

⇨jechuun dureessa kan uumama

isaatti tasuma hin dhimmamne

89. Al-Mughni⇨{مغني لا }

90. Al-Mani⇨{ع نا {الم

⇨Jechuun badhaasaa kan tolli

Page 35: Ibsaa Yusuf Ahmed

isaa guddaa kan qananiin isaa

bal'aa kan kenni isaa baay'ee?

91. Ad-Darr⇨{را ضلا }

92. An-Nafi⇨{ع فا نلا }

93. An-Nur⇨{ رو نلا }

94. Al-Hadi⇨{ي دا ه لا }

95. Al-Badi⇨{ عي بد لا }

96. Al-Baqi⇨{ي قا {الب

Page 36: Ibsaa Yusuf Ahmed

97. Al-Warith⇨{ث را و لا }

⇨Dhaalaa kan erga wanti

hundumtuu dhumee inni qofti

hafeewanti inni duniyaa

kanarratti namati kenne harka

isaatti deebi'u jechuudha.

98. Ar-Rashid⇨{ دي رلاش }

99. As-Sabur⇨{ رو صلاب }

Page 37: Ibsaa Yusuf Ahmed